Lammiiwwan Ameerikaa miliyoonaan lakkaawwaman filannoo walakkeessaa 'midterm' jedhamu irratti sagalee kennaa jira. Filannon kun filannoo falaasama Kongireesii murteessuu fi oggoota lamaan dhufan - yeroo hoggansaa Pirezidaantii Dimookiraatotaa Joo Baayiden hafe - keessatti falmiiwwan siyaasaa maal akka fakkaatan agarsiisuf jiru.
Suuraalee: Filannoo Walakkeessaa Ameerikaa, Bara 2022
5
Namoota sagalee kennaa jiran, Ohaayoo, Sadaasa 8, 2022
6
Namoota sagalee kennuuf hiriiran, Awustan, Teeksaas, Sadaasa 8, 2022
7
Kadhimamaa mana maree magaalaa Richaar Smiizi namoota sagalee kennuuf argaman yeroo nagaha gaaafatan, Awustan, Teeksas, Sadaasa 8, 2022.
8
Namoota sagalee kennuuf hiriiran, Sadaasa 8, 2022