Lammiiwwan Ameerikaa miliyoonaan lakkaawwaman filannoo walakkeessaa 'midterm' jedhamu irratti sagalee kennaa jira. Filannon kun filannoo falaasama Kongireesii murteessuu fi oggoota lamaan dhufan - yeroo hoggansaa Pirezidaantii Dimookiraatotaa Joo Baayiden hafe - keessatti falmiiwwan siyaasaa maal akka fakkaatan agarsiisuf jiru.
Suuraalee: Filannoo Walakkeessaa Ameerikaa, Bara 2022

9
Deeggartoota kaadhimaa bulchaa Kutaa Meerilaand, Ripaablikaanticha Dan Kooks, Sadaasa 8, 2022

10
Nama sagalee kennaa jiru, Sadaasa 8, 2022