Erga shamarran 200 ol doormii mana barumsaa magaala Chiibokii, Naaygeeriya kessaa Milishoota Bokko Haraamiin fudhatamanii as buuteen isaanii dhabamee oggan lama harra. Shamarran kana kessaa 200 ammas asubuuteen isaanii hin beekkamu.
Shammarran Chibookii erga milishoota Bokko Haraamiin fudhatamanii Oggaa lama ta'e.

5
Faayilii - Hiriira Abujaatti shamarran kun akka barbaaddaman gaafachuudha godhame irratti haatii intalli ishii jalaa fudhatamte takka gaddarra han ka'e of-walaaltee. Naayjeriyaa,2016.

6
Faayilii -Mana barumsaa shamarran chibookii keessa fudhataman, Nayjeeriyaa, 2014.

7
Faayilii - Sirna " Shamarran Chibookii Hin Hirraafatamne" jedhu irratti Diireekteriin VOA han duraanii Daviid Ensar fi bakka bu'ian mana marii Yunaaytid Isteet argamanii turan.

8
Shammarran Chibookii erga milishoota Bokko Haraamiin Fudhatamanii Oggaa lala ta'e.