Erga shamarran 200 ol doormii mana barumsaa magaala Chiibokii, Naaygeeriya kessaa Milishoota Bokko Haraamiin fudhatamanii as buuteen isaanii dhabamee oggan lama harra. Shamarran kana kessaa 200 ammas asubuuteen isaanii hin beekkamu.
Shammarran Chibookii erga milishoota Bokko Haraamiin fudhatamanii Oggaa lama ta'e.

9
Shammarran Chibookii erga milishoota Bokko Haraamiin Fudhatamanii Oggaa lala ta'e.

10
Shammarran Chibookii erga milishoota Bokko Haraamiin Fudhatamanii Oggaa lala ta'e.