TEEKSAAS —
Wallisaan Oromoo Hachaaluu Hundeessaa ergaawareegamee wagga tokko ta’eera. Wagga tokkoffaa wareegama isaa ilaalichisuudhaan sirnii yaadannoon adda addaa biyya keesaa fi alaatti tasifamaa jira.
Artiist Haacaaluu Hundeessaa (suuraa faayilii)
Sirna kana ilaalichisuudhaan, waloowwan Oromoo bebbeekamuu lama kanneen ammaan dura waa’ee Artist Haacaaluu walaloo barreessan, waloo Zalaalem Abarraa fi Lataa Qana’ii dubbisnee jirra.
Waa’ee ajjeefamuu artisichaa irratti yaadannoo qabanii fi waloolee isaanii haasofsiisuun, Befeqaaduun qophii qaba. Caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Waloowwan Oromoo Walaloolee Isaaniin Waa’ee Haacaaluu Dubbatan