Waa’een Waliigaltee Lola Dhaabinsaa Isiraa’elii fi Gaazaa  Fuulduraa  Shakkii Keessa Gale

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Biyyoonni Arabaa hegeree Gaazaa ilaalchisee karoora Masriin dhiyeessite simatanii jiran. Hawaasni addunyaa karoora kana akka deeggaru waamicha dhiyeessaniiru. Israa’el Hamaas egeree Gaazaa keessatti gahee tokkollee qabaachuu hin qabu jetti. Gabaasaa Liindaa Giraadisteen Yerusaalem irraa VOAf ergite Tujubetu dhiheessa.