Oduu Prezidaant Traamp fi Morkataan Isaanii Baaydin Kallattiin Wal Arganii Falmii Gaggeessuuf Jiru Fuulbana 28, 2020 VOA WAASHINGITAN, DIISII — Falmiin marsaa duraa kun magaala Kliivlaand kan kutaa Ohaayoo keessatti Kibxata borii gaggeeffama.Falmiin gaggeessan kun marsaa sadiin kan qophaa'ee keessaa ka duraati. Kutaan Ohaayoo filannoo prezidaantii keessattii akkaan barbaachiiftuu yoo taatu kaadhimamtoota paartilee lameen irratti adda addummaan yaadaa jiru maatii keessatti illee ituu hin hafiin mul'ataa jira. Filannoon prezidaantii Yunaaytid Isteetes keessatti Sadaasa 3 bara 2020 gaggeeffamuuf jira. Gabaasa Guutuu Caqasaa Your browser doesn’t support HTML5 Prezidaant Traamp fi Morkataan Isaanii Baaydin Kallattiin Wal Arganii Falmii Gaggeessuuf Jiru