AMBOO —
Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa “Filannoon taasisame siyaasa hidhannoofi hiriiraa Itoophiyaa gara mariitti deebisa, mootummaa uummataa dhaabuufis carraa kenna” jedhan har’a yeroo Godina Shawaa Lixaa, magaalaa Ginciitti argamuun sagalee kennanitti.
Gama biraatiin, godinuma Shawaa Lixaa, naannoo filannoo Noonnootti, namootni sadii hidhattootaan ajjeefaman jechuun, Boordiin Filannoo Itiyoophiyaa eeksise jira.
Naakoor Malkaa Dabalata qaba
Your browser doesn’t support HTML5
Shawaa Lixaatti Namoonni Sadi Ajjeefamuu Bakka Bu'aan Boordii Filannoo Beeksise
Your browser doesn’t support HTML5
Filaannoo, Amboo fi Gincitti