Kora paartii ripaablikaanotaa irratti argamuuf jecha bakka buutonni paartichaa gara kutaa North Carolianatti imalaa jiru.
Sababaa weerara vaayiresii koronaan kan ka’e kanneen kora sana irratti qaamaan argaman xiqqoo yoo ta’u, gama marsariitii ykn online korri kun ni geggeessama.