Turtii - Ogeettii Bittaaf Gurgurtaa Manaa, Leelloo Wajjin

Your browser doesn’t support HTML5

Leeloo Fayyeeraa daa’ima oggaa sadi’ii taateet gara Yunaaytid Isteets warra ishii wajjin dhufte. Naannuma Waashingitan Diisii keessatti guddatte.

Leeloon ogeettiin bittaaf gurgura manaati. Hojii kana erga jalqabdee reefu oggaa tokko ta’us akkaatan dhaadheessaa fi barumsa namoota mana bituu, gurguruu akkasumas kireessuf kireeffachuu barbaadanii itti kennitu ogeessota kaanin adda. Liqii, qusannaa, dhala mana yeroo bitan kaffalamu fi mata dureewwan wal-fakkaatan irratti namoota fedhii qabaniif barumsa kaffaltii malee kenniti.