WAASHINGITAN, DIISII —
Robii Kaleessaa Fulbaana 5 fi Kamiisa har’a Fulbaana 6 bara 2018 mana hidhaa Qaallittii fi Qilinxoo keessaa namnii kudhan gadhiifamuu ibsamee jira.
Kanneen gadhiifaman kana keessa barattoota yunivarsitii Madda Walaabuu saddeeti akka jiran abukaatoon isaanii Obbo Wandimmuu Ibsaa beeksisanii jiru.
Barataa Yunivarsitii Haromaayaa kan ture Nimoonaa Urgeessaa akka jedheetti namoota galmee isaa irratti himatamaa turan keessaa gadhifamuuf inni ka dhumaa ta’u dubbata. Dargaggoo Qajeelaa Galaanaa isa waliin hikamuu Nimonaan ibsee jira.
Gabaasa Guutuu Caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5
Namoota Siyaasaan Hidhaman Hidhaa Baasuun Biyyattiin Karaa Gaarii Irra Deemaa Akka Jirtu Agarsiisa: Abukaatoo Wandimmuu Ibsaa