Marii Dargaggota Afrikaa fi Diinagdee Irratti Xiyyefate
Your browser doesn’t support HTML5
Maariin sambat-duraa darbe , Niiwyoorkitti ta’ame kun han xiyyeeffate hojii umuu fi daldalaa iratti. Namoonni yaadaa haaraa maddisisanii yaada isaanii hojiirra oolchudhaan milkaa’an muuxannoo isaanii hiraniiru.