Manni-murtii Federaalaa Himatamtoota Paartii Mormituu Keessaa Shan Walaba Gad-lakkise

  • VOA

Loogoo paartii mormituu, Koongiresa Federaalawa Oromoo(KFO)

Manni-murtii Federaalaa Ol’aanaa, Ramadiin Lidetaa, Dhaddachi Yakkaa Afuraffaan dhimmoota hoogganootaa Koongiresa Federaalawa Oromoo dabalee – kan himatamtoota mormitootaa digdamii lamaa eega ilaalee booda, namoota afur walaba gad-lakkisuu isaa abukaatooleen himatamtootaa beeksisanii jiran.

Beellama itti-aanutti ragaa of irraa ittisaa akka dhiheessatan kan ajajaman – itti-aanaa dura-taa’aan Koongiresa Federaalawa Oromoo, Obbo Beqqelee Garbaa, tarii wabiin gad-lakkisamuuf mirga argachuu malan jedhama. Oolmaa mana-murtii har’aa kana ilaalchisee, abukaatotata himatamtootaa keessaa tokko – Obbo Wandimmuu ibsaa haasofsiisnee jirra.

Your browser doesn’t support HTML5

Manni-murtii Federaalaa Himatamtoota Paartii Mormituu Keessaa Shan Walaba Gad-lakkise