KFO fi ABO-n Waliigaltee Akkamiirra Gahan?

Your browser doesn’t support HTML5

Kongiresiin Federaalawaa Oromoo (KFO) fi Addi Bilisummaa Oromoo (ABO-n) waliigaltee akkamiirra gahan?

“Alaaban keenyaaf an ABO walitti bu’ee hin beeku. Isaan kun Obbolaaha jedha qotee bulaan keenyaahu,” jedhan dura ta’aan KFO, Dr. Mararaa Guddinaa. Dhaggeeffadhaa.