Jalabultiin ayyaana Cuuphaa har’a Itiyoophiyaa keessatti bakkawwan adda addaatti sirna how’aadhaan ayyaaneffamee jira.
Sirna jala-bultichaa kan har’a magaalaa Finfinneetti geggeessame irratti argamuudhaan, Tsahaay Damxoo gabaasaa qindeessite qabdi. Caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Jala-bultiin Ayyaana Cuuphaa Har’a Finfinnee fi Naannoolee Itiyoophiyaa Ka Biroo Keessatti Sirna How’aan Ayyaaneffame