FINFINNEE —
Ayyaanni Irreecha Hora Finfinnee har'a magaalaa Finfinnee bakka addaa Doloolloo Buddeenaa jedhamutti kabajamee jira.
Ayyaanni Irreecha hora Finfinnee , 2020
Ayyaanicharratti Abbootiin Gadaa,Haadholiin Siiqqee, Abbootiin Amantaa fi keessummoonni waamichi taasifameef irratti argamanii jiru.
Ayyaanni Irreecha hora Finfinnee , 2020
Ayyaanni irreecha Hora Finfinnee bara kana yeroo lammaffaaf kabajame kana irratti sababa weera Vaayirasii kooronaa irraa kan ka’e namoota muraasa qofatu itti hirmaate.