Amajjii darbe Itoophiyaa keessatti "adeemsa araaraf karaa saquuf," jechuudhan hooggantoota siyaasaa dabalatee namoonni ammi tokko mana hidhaatii yeroo gadhiifaman innis hidhaadhaa bahe. Yeroo ammaa ka wajjirri isaa Finfinnee keessa ta'e dhaabbata mitii mootummaa "Sof-Umer Relief and Development Organization," jedhamu hogganaa jira. Dargaggoo Arafaat Abubakar keessummaa qophii Labata harraati.
Turtii, Dargaggoo Hojii Hawaasa Tumsuu Irratti xiyyeeffate Jiru Wajjin
Your browser doesn’t support HTML5
Turtii, Dargaggoo Hojii Hawaasa Tumsuu Irratti xiyyeeffate Jiru Wajjin