Naannoo Benishaangul Gumuzitti, Torban darbe gaafa Kamisaa Hidhattootni Ajajoota Mana Sirreessaa Godina Kaamaashii Sadii Godina Wallagga Lixaa Aanaa Boojjii Dirmajii keessatti butanii fudhatanii deemuu isaanii miseensota maatii warra butaman keessaa Sagalee Ameerikaatti himan.
Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Aanaa Boojjii Dirmajii Obbo Dabalaa Takluu, “Ajajoota mana amala Sirreessaa hidhattootaan butaman kana gadhisiisuuf mootummaan tattaaffii taasisaa jira” jedhaniiru.
Your browser doesn’t support HTML5
Hidhattoonni Ajajoota Mana Hidhaa Wallagga Lixaa Keessatti Qabatan Jedhu Matii fi Angawoonni Benishangul Gumuz