Oduu Hayyu-dureen ABO Manaa Bahuu fi Olseenuu Akka Hin Dandeeye Dhaamsi Dhaqqabe Jedhame Elba 09, 2021 Tsehaay Daamxoo Hayyu-Duree ABO, Obboo Daawud Ibsaa FINFINNEE — Hayyu-dureen ABO obbo Dawud ibsaa fi namoonni isaanii waliin galaan mooraa ala bahuun,akkasumaas namni kan bira ala mooraa keessa seenuu akka hin dandeenye dhorkamaniiru jedhame. Obbo Waaqoo Noolee qondaalii siyasaa ABO obbo Dawud Ibsaa waliin galu. Akka isaanii jedhanitti kara egdootaa hayyuu duree ABO motummaan kanaan dura ramadeefin manaa bahuu fi olseenuun akka hin danda'amne dhamsi nuu qaqabee jedhu. Gabaasaa guutu caqasaa Your browser doesn’t support HTML5 Hayyu-dureen ABO Manaa Bahuu fi Olseenuu Akka Hin Dandeeye Dhaamsi Dhaqqabe Jedhame