WAASHINGITAN, DIISII —
Rakkinaa jijjirama haala qilleensaa irraa kan ka’e fuldureen biyyaa Somaaliyaa yaaddeessaa akka ta’uu malu jaarmayaan Tokkummaa Mootummootaa akeekkachiisee jira.
Your browser doesn’t support HTML5
Haalli Qilleensa Naannoo Somaaliyaa Egeree Biyyattiif Yaaddessaa Ta'uun Himame