WAASHINGITAN, DIISII —
Itiyoophiyaa keessatti waggaan 100faan Tiyaatiraa dhiheenya kan haala adda addaatiin kabajamaa ture.
Yemmuu waa’een tiyaatira biyya Sanaa dubbatamuu qoodini bareesitoota, qopheesitootaa fi taatota oromoo bakka guddaa qaba.
Your browser doesn’t support HTML5
Kutaa 2ffaa: Guddina Tiyaatira Itiyoophiyaa fi Gahee Oromootaa
Tiyaatiraa afaan oromootiin bareesuudhaa fi qopheessuu keessatti iddoo guddaa namoottan qaban keessaa Dhaabaa wayyeesaa nama fuula dura dhaabatuudha. Tiyatiraa 5 ol qopheessee biyyaa keessaa fi biyya alaatti agarsiiseera.
Your browser doesn’t support HTML5
Kutaa 3ffaa: Guddina Tiyaatira Itiyoophiyaa fi Gahee Oromootaa