Godaantonni Itoophiyaa Jidda Jiran Rakkina Keessa Jiraachuu Himatan

Suuraa godaantota irraa VOA-f ergame

Godaantonni Itoophiyaa Saawudi Arabiyaa Jidda, bakka tursiisaa Shumeeysii jedhamu keessa jiran “biyyatti deebifamtan jedhamnee erga asi fidamnee ji’oota hedduu ta’us, amma ammaattii asuma jira,” jedhan.

Ministirii Dhimma Alaa Itoophiyaatti Ministirri Diplomaasii Diinagdee fi Dhimmota Dayaaspooraa, Tsiyion Takluu Itoophiyaan, ji'oota kudhanan darban keessatti lammiiwwan biyyoota adda addaatti godaanan kuma 32 ol biyyatti deebisuu ibsanii, ammaf garuu filannoo wajjin wal-qabatee yeroodhaf goodaantota gara biyyaa deebisuun dhaabbachuu ergaa karaa 'WhatsApp' in nu beeksian.

Qophiin Labataa harraa dhimma kana irratti xiyyeeffataa, caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Godaantonni Itoophiyaa Jidda Jiran Rakkina Keessa Jiraachuu Himatan