Mormii Oromiyaa bara 2014 qabee ture keessatti gaafileen dargaggoota Oromoo biraa ka’aa turan deebii argachaa jiruu? Rakkinoota yeroo ammaa karaa nageenyaa, hojii dhabiinsaa, fi dhimmoota kaan -dargaggoota irratti dhiibbaa uumaan - mullatanii falli maali?
Paartilee siyaasa Oromoo sadi keessaa hoogantoota dubbisne; Paartii Badhaadhinaa irraa Obboo Bizaayyoo Dagafaa, Partii Kongiiresii Federaalawaa Oromoo irraa Obboo Gurmeessaa Ayyaanoo, akkasumas Adda Bilisummaa Oromoo irraa Obboo Yaasoo Kababaaw.
Qophii kutaa lamaan qindaahe dhaggeeffadhaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Kutaa 1ffaa: Gaafiwwan Dargaggoonni Yeroo Mormii Oromiyaa Kaasaa Turan Deebii Argachaa Jiranii?
Your browser doesn’t support HTML5
Kutaa 2ffaa: Gaafiwwan Dargaggoonni Yeroo Mormii Oromiyaa Kaasaa Turan Deebii Argachaa Jiranii?