FINFINNEE —
Filannoo biyyaalessaa Itiyoophiyaa marsaa 6ffaa har’a deemsisame irratti magaalaalee paartiilee wal-dorgoman hedduu hirmaachisan keessaa tokko Finfinnee dha.
Your browser doesn’t support HTML5
Haala Adeemsa Filannoo, Magaalaa Finfinnee
Kutaalee magaalattii adda addaa keessatti jiraattonni yaa’anii sagalee kennanii jiran.
Tsahaay Daamxoo buufataalee filannoo adda addaa daawwachuun gabaasaa ergite caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Filannoo biyyaalessaa Itiyoophiyaa Marsaa 6ffaa, Finfinnee