WAASHINGITAN, DIISII —
Guyyaan Dubartootaa ykn Maarch 8 har'a guutummaa addunyaa irratti kabajamaa jira.
Hundeessituu Ijaarsa Dubartoota Idila Addunyaa Aaddee Diinqneesh Kitilaa waa'ee guyyaa kanaa gaafatamanii ibsa kennan caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Dhiiraa Fi Durbii Wal Qixxee Ta'u Barsisuun Maatii Irraa Jalqabuu Qaba