Afrikaa Hoogganaan Mormituu Yugaandaa Yeroof Gabaabaaf Hidhamee Gad-lakkisame Bitooteessa 16, 2021 VOA Hoogganaan garee mormituu mormituu , Boobii Waayin poolisii biyyattin yeroo gabaabaaf hidhamee ture WAASHINGITAN, DIISII — Poolisiin Yugaandaa kaleessa, yeroo hoogganaan garee mormituu mormituu , Boobii Waayin, seera-tumtoota mana-maree ka garee mormitootaa fi deggertoota isaanii hoogganuun hiriira bahanitti yeroo gabaabaaf qabanii hidhuun beekamee jira. Paartiin Mr. Waayine, kan National Unity Platform jedhamu, hidhamuu fi dhabamsiisamuu deggeroota mormitootaa dhibba hedduu balaaleffachuudhaan hiriira bahan. Gabaasaa guutuu caqasaa. Your browser doesn’t support HTML5 Hoogganaan Mormituu Yugaandaa Yeroof Gabaabaaf Hidhamee Gad-lakkisame