AMBOO —
Benishaangul Gumuz keessatti, “Rakkoo nageenyaa irraa kan ka’e uummatni naannicha keessa jiraatu dhibba irraa harka 62 kan tahu, rakkoo namoomaaf saaxilamee gargaarsa barbaaduu mala,” jechuun mootummaan naannichaa beeksisee jira.
Your browser doesn’t support HTML5
Benishaangul Gumuz Keessatti Uummatni Dhibbarraa Harka 65 Eeggataa Gargaarsa Tahuu Mala, Jedhame