Barri Xumuramaa Jiru Kan Itiyoophiyaa Bara Milkaa’inaa Ture: Ministrii Dhimma Alaa
VOA
WAASHINGITAN, DIISII —
Bara xumuramaa jiru kan jechuun bara 2010 kan Itiyoophiyaa hojii diplomaasummaa adda addaa Milkaa’inni kan itti argame ta’uu ministriin dantaa alaa Itiyoophiyaa beeksisee jira.