Ajjeechaa Artistii beekamaa, Haacaaluu Hundeessaa irratti raaw’atameen wal-qabatee, qorannaan mootummaan yeroo ammaa geggeessamaa jiruu fi dhimmoota ka biroo yeroo ammaa Itiyoophiyaa keessatti mul’atan irratti, hooggantuu waajira Abbaa-alangaa muummichaa, ka mootummaa federaalaa Itiyoophiyaa – Aadde Adaanech Abeebee waliin gaaffii fi deebii geggeessinee jira. Caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Kutaa 1ffaa: Waa'ee Ajjeechaa Artist Haacaaluu Hundeessaa Irratti Raaw'atamee Waajirri Abbaa-alangaa Muummichaa Itiyoophiyaa Maal Jedha?
Your browser doesn’t support HTML5
Kutaa 2ffaa: Waa'ee Ajjeechaa Artist Haacaaluu Hundeessaa Irratti Raaw'atamee Waajirri Abbaa-alangaa Muummichaa Itiyoophiyaa Maal Jedha?