WAASHINGITAN, DIISII —
Biyyi Afrikaa haga ammaatti talaalii dhukkuuba Kooviid 19 ittisaa jirtu Afriikaa Kibbaa qofa.Kanaaf jecha hoogganoonni biyyootaa fi Hayyonni talaaliin Kooviid-19 Afriikaa keessatti akka oomishamu dhiibbaa gocha jiran.
Afriikaan yeroo ammaa talaallii Kooviid-19 guutummaatti biyyoots alaa irraa galfataa jirti.
Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5
Afrikaan Talaalii Dhukkuuba Kooviid- 19 Ittisuu Xiqqoo Argataa Jirti.Kanaaf Maal Ta'u Qaba?