Walitti bu'iinsa uummameen namoota lamatu madaahe
ADAAMAA —
Bulchinsa Naannoo Oromiyaa, magaalaa Adaamaa, kutaa magaala Booleetti walitti bu'insa uumameen namooni lama madaa’uun himamee jira.
Rakkoon kun ka mudate yeroo qaamni nageenya maneen seeran-ala ijaaraman, jedhe diiguf bakka sana deemetti yoo ta'u, bulchiinsi magaalattii, caasaalee bulchiinsa rakkoo kana keessaa harka qabu, jedhu to’annaa jala oolchuu isaa dubbata.
Your browser doesn’t support HTML5
Adaamaatti Manneen Seeran-alaa Diiguudhan Wal-qabate Walitti Bu'iinsi Uummame