Badhaasni ogbarruu Gaadisaa kan Waldaa Barreessitoota Oromiyaan qophaa’e marsaa 3ffaaf bara kana sadaasa 15 bara 2017 Finfinneetti gaggeeffameera. Badhaasa kanaan kitaaboleen afaan oromoon dhimmoota adda addaa irratti barreeffaman ulaagaa badhaasaaf qaqqaban badhaasicha injifataniiru. Nammoota badhaafamanii fi koree qindeessituu sagantichaa keessaa haga tokko sagaleen Ameerikaa dubbisee jira.
Sirni Badaasa Hogbarruu Gaaddisaa 3ffaan Tibbana Finfinneetti Geggeessame
Your browser doesn’t support HTML5