Irreechi Malkaa Asoosaa Dilbata darbe sirna ho’aatiin kabajamee jira. Ayyaana yeroo sadaffaaf kabajame kana irratti namootni haga miiliyoona lamaa-tti tilmaaman irratti argamuu Obbo Firoomsaa Solomoon; Itti gaafatamaan wajjira nageenya fi misooma waloo Mootummoolee Naannoo Oromiyaa, Beenishangul Gumuuz fi Gaambellaa dubbatanii jiran.
Irreecha Malkaa Asoosaatti Dhiheenya Ayyaaneffatametti Uummata Hedduutu Hirmaate
Your browser doesn’t support HTML5
Irreecha Malkaa Asoosaatti Dhiheenya Ayyaaneffatametti Uummata Hedduutu Hirmaate