Ayyaanni Masqalaa guyyaa har’aa guutummaa Itiyoophiyaa keesatti kabajamee ole.
Gabaasaan keenya Naakoor Malkaa Ambo irraa gabaa Ayyaana Waggaa deemuudhaan waa’ee gatii wantoota ayyaanaaf gabaatti bahanii odeeffatee jira.
Your browser doesn’t support HTML5
Gabaa Ayyaana Masqalaa Irratti Gatiin Guddaa Dabaluu Dubbatu, Jiraattonni Amboo