Eddu-gala Dargaggoota Kalaqa Irratti Xiyyeeffatanii Haala Mijeessu 

Your browser doesn’t support HTML5

Eddu-galli inkubeeshinii qonnaa fi baadiyaa 'Agricultural and Rural incubation hub' jedhamu dargagooni hojii eegu dhiisanii ofii akka hojii uummatan karoora godhachuudhan Yunversitii Haramayaa keessatti bu’ureeffame. Dargaggoota hawaasa naannootiif yunversitii keessaa dorgomsise leenjii fi baasii mijeessufiidhan carraa abjuu isaanii dhugoomsuf qarqaarau uumaafii jira.

Bu'ureessaa fi hogganaa eddu-galichaa akkasumas Yunversitii Haramayaa keessatti qarqaaraa Profeesarii, Getachoo Shaambal fi hirmaattota keessa ogeessa veternerii Ballisaa Yusuuf dubbisne.