Qophii spoortii keenyaa har’aa keessati wa’ee barsiisaa barnoota spoortii fi nama sadarkaa hoggansa atileetiksii Itiyoophiyaa keessatti hirmaachaa turan Doktoor Bezzabih Weldee haata’uu du’aan boqochuu, wa’ee Daraartuu Tulluu Doktoorummaa kabajaa argachuu, wa’ee Feedereshiiniin kubbaa miilaa Itiyoophiyaa hoggansa filachuu, waa’ee Atiletonni Itiyoophiyaa durbaa fi dhiiraan fiigicha walakkaa maaraatoonii moo’achuu qindeessamee jira.
Gabaasaalee Spoortii Wixaataa
Your browser doesn’t support HTML5
Gabaasaalee Spoortii Wixaataa