Your browser doesn’t support HTML5
Miseensonni Hawaasa Oromoo Waashinton Diisii fi Naannoo Ishee Ministirii Dhimma Alaa Yunaayitid Iseetis Duratti Hiriira Bahan
Miseensonni hawaasa Oromoo as Waashingten Disii fi naannawa ishee jiraatan, “Mootummaan Itiyoophiyaa waraansa Oormiyaa irratti geggeessaa jira,” ka jedhan balaaleffachuudhaan har’a waajira Ministrii Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis fuul-duratti hiriira bahanii jiran.