AMBOO —
Ministeerri Nageenyaa Itiyoophiyaa, dargaggoota tola-ooltummaan tajaajilan 3,300 tahan marsaa 3ffaaf leenjisee naannoolee biyyattii adda addaatti bobbaasuu isaa beeksisee jira.
Gama biraatiin, dargaggootni marsaa jalqabaa irratti tola-ooltummaan leeniifamanii tajaajila kennaa turan tokko tokko, "ministeerri nageenyaa hojii nuuf mijeessuuf waadaa duraan nuuf seene hin raawwanne" jechuun, komee isaanii Sagalee Ameerikaatti himan.
Your browser doesn’t support HTML5
Mootummaan Akka Hojii Argannu Haala Nuuf Miijessuuf Waadaa Seenee Ture Hin Raaw’anne, Jedhu Dargaggoonni Leenji'an Hagi Tokkko