Qophii Wiixataa

Your browser doesn’t support HTML5

Gareen tplf mootummaan magaalaa Maqalee samii irraan haleele jechuun himate. Beelli Tigraay keessaa lubbuu galaafataa jiraachuun gabaasame. Diploomaatii gameessi Yunaayitid Isteetis duraanii fi hoogganaan waraana duraanii Koliin Paawel du’aan boqotan.