FINFINNEE —
Itoophiyaatti guyyoota kurnan darbaniif guyyaa guyyaatti namoonni 12 sababa vaayirasii koronaan lubbuu isaanii dhabu, jechuun ministeeri fayyaa Itoophiyaa ibseera.
Tatamsa'inni vaayirasichaa dachaan dabaluun namoota guyyaatti giddu-galeessatti 6000 irraa saamuudni fudhatame keessaa kanneen 800 ta'an vaayirasichaaf saaxilamoo dha, jedhan Ministarri Fayyaa Dr.Liiyaa Taaddasa. Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5
Itiyoophiyaatti Lakkoobsi Namoota KOOVID 19n Qabamanii Dabale