FINFINNEE —
Kanneen guyyaa soddomaa oliif akka lagannaa irra jiran himame Obbo Jawaar Mohammad faa har’a mana-murtiitti dhihaatanii jiran.
Jecha waakii fi amantaa himatamtootaa caqasuuf hardhatti ka beellamee ture dhaddachhi Manna-murtii ol’aanaa Federaalaa, hardhas beellamaan guyyaa biraatti dabarsame.
Your browser doesn’t support HTML5
Obbo Jawaar Mohammad fi Obbo Baqqalaa Garbaa'faa Har'aa Qaamaan Dhaddacha Mana-murtiitti Dhihaatan