FINFINNEE —
Hiriiraa tibba kana naannoo Oromiyaattii deggersa muummicha-ministaraa Abiyyii fi partii Badhaadhinaaf taasifame irratti partiilee seera qabeeyyii irratti maqa-balleessin geggefame, jechuun akkasumas cabiinsi seraas raaw’atamuu ibsuun Bordiin Filannoo Itiyoophiyaa hubachiisee jira
Your browser doesn’t support HTML5
Boordiin Filannoo Hiriira Deggersa Paartii Badhaadhinaa Irratti Paartiileen Seera-qabeeyyiin Maqaa-xureeffaman, Jechuun Balaaleffate
Partiin Badhaadhinaa gama isaatiin hiririicha uummatni kaka’ainsa ofiitiin ka qopheeffate akka taheeti ibsuun, “kanneen balaaleffatan immoo finxaaleyyii dha,” jedhee jira.