FINFINNEE —
Naannoo Tigiraay keessa ka jiru masgiida Najaashii irratti haleellaa raaw’atame kan balaaleffatu ta'uu Manni maree waliigalaa gumii dhimma islaama Itiyoophiyaa beeksise.
Manni marichaa Ibsa hardha baaseen, Motummaan gochaa kana qulqquleeffatee kanneen yakkaa kana dalagan akka seeratti dhiheessus ni gaafannas jedhan.
Your browser doesn’t support HTML5
Manni-maree Waliigalaa Gumii Dhimma Islaamummaa Haleellaa Masjiida Al-Najaashii Irra Gahe Balaaleffate