Manni Marii Bakka Bu'ootaa Mudaamawwan Haaraa Raggaasise
VOA
Faayilii - paarlaamaa Itoophiyaa
WAASHINGITAN, DIISII —
Manni Marii Bakka Bu’ootaa muudama raggaasisee jira. Muudamnii kun kan sadarkaa ministeeraa fi komishinaraa yoo ta’u sagaleen mormii fi deggersaa miseensoota biraa dhaga’amee jira.