WAASHINGITAN, DIISII —
Barattoonni Itiyoophiyaa, kanneen biyya Chaayinaa, magaalaa Wuhaan, akkasumas, Kooriyaa Kibbaa, magaalaa Dejoong jiraatan, waa’ee dhukkuba vaayiresii Koronaa biyyoota keessa jiranii maal jedhu? J
aallannee tu itti bilbiluun dubbisee -- Barataa Yohaaniis Solomoon, Yunivarsitii Wuchaang, Chaayinaa irraa irraa jalqabna. Caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Barattonni Itiyoophiyaa Chaayinaa fi Kooriyaa Kibbaa Keessa Jiraatan Waa’ee Koronaavaayires Maal Jedhu?