FINFINNEE —
Gamtaan paartiilee morkattootaa – Waltajjiin Tokkummaa Federaalawaa Dimokiratawaa Itiyoophiyaa yokaan MEDIREK filannoon biyyattii keessatti geggeessamuu dura nagaa fi tasgabbiin biyyattii furmata argachuu qaba, jedhe.
Dura-taa'aan paartichaa pirofeesar Maraaraa Guddinaa, MEDREK dhimmoota yeroo ammaa biyyattii keessatti mul'atan irratti ejjannoo qabu ibsee jira, jedhu. Caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5
Filannoo Dura Dhimmi Nagaa fi Tasgabbii Biyyaa Furmaata Argachuu Qaba, Jedha MEDREK