Itiyoophiyaa Ayyaanni Cuuphaa Naannoolee Itiyoophiyaatti Adda Addaatti Sirna How’aan Ayyaaneffamee Jira Amajjii 21, 2020 Tsehaay Daamxoo Ayyaanna Cuuphaa, Amboo FINFINNEE — Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa ka Tokkummaa Mootummootaatti yokaan UNESCOdhaan Hambaa Kiliyaaa Addunyaa tahuun eega galmeessamee booda yeroo duraatiif, Ayyaanni Cuuphaa, naannoolee Itiyoophiyaatti adda addaatti sirna how’aan ayyaaneffamee jira. Maaliif guyyaan kun akka waggaa waggaatti ayyaaneffamuu fi sirna bara kana aka baroota dabranii maal akka adda godhu, luba Waldaa Kiristaanaaa Ortodoksii tokko dubbisnee jirra. Caqasaa. Your browser doesn’t support HTML5 Ayyaanni Cuuphaa Naannoolee Itiyoophiyaatti Adda Addaatti Sirna How’aan Ayyaaneffamee Jira