Wixineen Sagantaa Filannoo Biyyoolessaa Kan Yeroo Raawwii Of Keessatti Qabate Ifa Taasisamee Jira
VOA
WAASHINGITAN, DIISII —
Walga’iin qaamota filannoo kana keessaa qabanii kaleessa Hoteela Jupitaritti ka geggessame yoo tahu, marii sagantaa filannoo walii-galaa irratti gegeessame kana irratti, yeroon filannoo wixiname kun heera biyyattii irratti hundaa’ee kan hojjetame tahuu tu himame.Gabaasa Oduu Caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5
Wixineen Sagantaa Filannoo Biyyoolessaa Kan Yeroo Raawwii Of Keessatti Qabate Har’a Ifa Taasisamee Jira