Paartiilee deggertotoa IHADEG keessaa tokko kan ta’e IWEHAT garuu walitti makamuu kana hin raggaasisne. Hayyoonnii fi xiinxaltoonni siyaasaa akka jedhanitti kun kan mul’isu IWEHAT fi paartilee miseensota ta’an kanneen biroo gidduu adda addummaan jiru mul’inatti kan itti ba’e ture.