AMBOO —
Kiristel Arnes jedhamti. Ogeettii Fayyaa waggoota hedduu dura biyya Jarmanii irraa gara Itiyoophiyaa deemtee, Godina Iluu Abbaaboor, Wallagga Lixaa fi Shawaa Lixaa keessatti namoota dhibee Toonnoo yokaan Dhiita Miillaa qaban gargaaraa jirtu. Afaan Oromoollee qajeelchitee dubbatti.
Gaaffii fi deebii Afaan Oromootiin waliin geggeessine :
Kutaa 1ffaa:
Your browser doesn’t support HTML5
Lammii Jarmanii Oromiyaa Bakka Gara Garaatti Tajaajila Fayyaa Tola-Ooltummaan Kennitu
Kutaa 2ffaa:
Your browser doesn’t support HTML5
Kutaa 2ffaa: Lammii Jarmanii Seenaa Dubartoota Oromoo Barreessan